Waldaan keenya Waaqayyo Abbaa, Ilma, Afuura qulqulluu sadan waaqa tokkootti amanti

Waa'ee keenya

Nuti ijoollee waaqayyoo warra hafuuraan isa irraa dhalannee biyya lafatti isa bakka bu’uun ha jiraannuuf Waaqayyoo araara isaan nu fo’stee dha.Kanaaf, Waldaa Warra Wangeela Oromo London dhugaa hunddee wangeelaa irratti hundaa’uu dhaan Yesus Kiristos isa Karaa, dhugaa fi jireenya ta’e faana bu’uun abbommii inni Waldaa kiristyaanaaf Waneela Maatiyoos 28:16-20 abboome raawachufis tattafattuu dha.

Kaayyoo

Gooftaa Waaqaa fi Uumaa keenya waaqessuu, Wangeela Afaan Oromo isa Waaqayyo nuuf kenneen lallabuu fi facaasuu utubbii hafuuraa guutuu Oromota keenyaa fi warra biraatii kennuudha

Charity registration No: 1120061